Isaiah 48:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini imbeekha, aka nami dandae isani ind'ugeefanne yokhaani aka isani haguma duriti dubbi namaa diddani. Wonti isani waan kana ind'agayinifi tana, yokhaani wonti dubbini suni gurra keesa isani imbuinifi suni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin waan ani jedhu hin dhageettan; beekuullee hin barbaaddan; duruma irraa jalqabee gurri keessan duudeera; wonti kun ta'eef akka isin guddiftanii gantoota taatanii fi urga dhalattan irraa jalqabdanii hammeeyyii jedhamtanii akka waamamtan ani hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dur tana hin dhageenne; hin beennelle'e; duruuyyuu gurri keessan hin bananne. Ani akka isin sobaaleyyii teetane, haga dhalataneen jalqaddanee finqiltoota akka teetane beekeera.