Isaiah 49:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Na ch'aqasa, gosa lafa fago teetu ch'ufa! Ato anini ind'alatini AABBO Waaqi na fohate hojatu na tolfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin baniin lafa bisaaniin marfamte irra jiraattan na dhagayaa'a! namoonni biyya fagoo jirtanillee hubadhaa'a; Rabbi uduu ani hin dhalanneen dura na waame; uduu ani gadaamessa haadha tiyyaa keessa jiru maqaa natti baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri oddoola keessaa na caqasa'a! Isin gosi biyya adda addaa ka fagoo jirtanu tana dhage'a'a! Gadhaa haadha tiyyaa keessa adoo jiruu Mootiin Waan Maraa na waame; adoo ani hin dhalatin maqaa na baase.