Isaiah 49:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gaareeni gubbati kara gudda tolche, kara gumiini tiyya gula yaatu mid'aasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gaarran kiyya diigee karaa baasa; karaa kiyya wol qixxeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani gaarota kiyya mara karaa hin godha; karaan guddaan kiyyalle isaaniif wol hin qixxawa.