Isaiah 49:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini tiyya fago d'ufti, mirgaafi gama ila adule, ammalle gara Aswani ta bitale d'ufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kiyya biyya fago'ootii dhufan; kaabaa fi dhiya adu'uutii; biyya Siiniimiitiillee hin dhufan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, isaan biyya fago'oo irraa worri gariin biyya kaabaa irraa worri gariin karaa aduun seentu irraa worri kuun biyya Siiniimii irraa hin dhufan» jedha.