Isaiah 49:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri Yerusalemu waan jed'e, AABBO Waaqi yayu lafa na buuse! Inni yayu nu ded'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Yerusaalemii garuu «Rabbi nu dhiiseera; Gooftaan nu irraanfateera» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xiyoon ammoo, «Mootiin Waan Maraa na gateera; Goottaan na dedheera» jette.