Isaiah 49:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Yerusalemu, anini haga jiru dandae si inded'u! Anini yayu maqa kanke gana harka kiyya irati t'aafad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yerusaalemii tiyya ani ganaa harka kiyyaa keessatti si barreeffadheera; dallawwan kee hennaa maraa hin yaadadha;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Xiyoon, kunoo ani ganaa harka kiyyaa irratti si barreeffadheera; dalleenni keeti ka dhaka'aan ijaarame yennaa mara fuula kiyya dura jira.