Isaiah 49:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami deebie si jaaru d'ufu jira, nami si balleesu si biraa deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri deebisanii si ijaaran worra jajjaba'a; worri si diigan garuu si irraa fagaatanii deeman;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ijoolleen teeti ariiti'iin gara keeti hin deebiti; worri diigee si balleesse si keessaa hin baqatan.