Isaiah 49:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti tante qara ya badde ona taate ammo amma diqaate nama d'ufe iti qubatu fuud'u dad'abdi. Ammalle worra si balleese ona si tolche kaani siraa fageesani balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ati diiggamtee ona taatu, akka lafti teellee diiggamtee baddu yoo si taasisan, ati worra si keessa jiraachu'uuf gara kee dhufanitti hin dhiphatta; worri si diigan si irraa dheessanii fagaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati diigantee ontulle, latti teeti duwwaa teetulle, amma worra si keessa jirutti dhiphattulle, worri si balleesse si irraa hin fagaata.