Isaiah 49:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba atini waan ufiini jettu, Eenuti ilmaani tana ch'ufa naa d'ale? Anini ilmaani tiyya ya d'abe, ta d'ibile dandae ind'alu. Na boojiani, lafa d'ibi na geesani — ilmaani tana eenuti guddise? Kobuma na lakisani — ilmaani tunini eesa baate?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa onnee kee keessatti ‹ijoollee tanniin eentu naa uumate? ani ijoollee dayee dhabe; baqadhee nama ufitti na qabu dhabe; eeganaa ijoollee tanniin eentu guddise? ani hojja kiyya hafee turee ijoolleen tunniin eessaa dhufte?› » jetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ati gadhaa keeti keessatti, ‹Ani ijoollee tiyya dhabeera; eega san hin deenne; isaan kana eentu naaf deye? Ani booji'amee, jibbatameeraayyu; isaan kana eentu naaf guddise ree? Ani qofi hafeeraayyu; isaan kun eessaa dhufane ree› hin jetta» jedhe.