Isaiah 49:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan gumi ufitini jed'u, Anini gosa ch'ufa akheekha agarsiise harkaani yaama, duuba worri ilmaani teesani ta dubraatifi ta d'iirale baate worraa keesani galcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan akkana jedha, «ijoollee tee ta dhiiraa akka boba'atti baadhatan, ijoollee dubaraa garuu akka gurmu'utti baataniif moototaa malkata kenna; harka kiyya gara worra ormaa hiixadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, «Gosa biyya adda addaa harkaan hin haatadha; baandiraa kiyyalle kolba'aaf ol hin kaasa. Isaan ilmaan teeti habbaaranee, ijoollee durraa teetille gurmuu ifii irratti kaasanee hin fidan.