Isaiah 49:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyooti abba isaanii taate, hayyitiini ch'ufti hawani isanii taati. Worri isani durati jilbifate isani guddise guddo isanii saalfata. Duuba isani akasiini aka anini AABBO Waaqa beetani; nami qarqaarsa kiyya eegatu ch'eera inargatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootonni abboota kee ka si guddisan ta'an; haawwonni manaa ta moototaallee si guddisan; kallachaan gad jedhanii sii sagadan; daaraa luka keetiillee hin arraaban; sababaa kanaaf ati akka ani Rabbiin ta'e beetta; worri gargaarsa argachu'uuf eeggatan sirima hin saalfatan» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Moototi abbootii guddisoo ijoollee teetii hin teeti; giittoti isaanii haadhotii guddosoo ijoollee teetii hin teeti. Isaan fuula ifiitiin lafatti gad hin gombifaman; miila keeti irralle'ee bukuu hin arraaban. Achiin duuba ati akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beetta; worri na addatu hin qaanowu» jedhe.