Isaiah 49:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dandaani waan askartini saamte iraa fuud'ani? Nama nami hamani hid'e dandaani harka isaa keesaa imbaasani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Janna harkaa waa booji'anii danda'uu? nama gar jabeessa harkaa waan inni booji'e harkaa gad dhiisisuun danda'amaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama jabaa irraa waan inni saame, yookiin nama gadhaa jabaatu irraa nama inni booji'e harkaa fuudhuu hin dande'anii?