Isaiah 49:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'uuni, wonti taha sunuma. Waan askartini saamte iraa fuud'ani nama nami hamani qabe harka isaa keesaa baasani. Anini nama isani had'u ch'ufa had'e ilmaani teesani baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ani worra siin mormu waan mormuuf boojuun janni harkaa qabuu harkaa fudhatama; nama gar jabeessa harkaallee boojuun hin fuudhan; Ani ijoollee tee hin oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo, «Ee, Wonni nami jabaan saame isa irraa hin fudhatanti; nama gadhaa jabaatu irraa nami inni booji'e isa harkaa hin fuudhama; ani worra si mormu hin morma; ijoollee teetille hin woda.