Isaiah 49:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama isani dabsu ch'ufa woli ijeesise, worri d'iiga woli aka farso d'uga. Duuba akanaani nami ch'ufti, aka anini AABBO Waaqa ka isani baase isani balchoomsu, beekhu. Ammalle akanaani Waaqa Yakobo ka irre qabu hubatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra garaa sitti jabaatan akka foon ufii nyaatan godha; akka nama daadhii woyini'ii dhugee machaayuutitti akka dhiiga ufii dhuganii machaayan godha; sababaa kanaaf baniin adunya'aa maruu akka ani Waaqa jabaa Israa'eliitii fi akka ani Rabbii fayyisaa si oolchu ta'e beekan»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri si cunqursu foon ifii akka nyaatu hin godha; isaan dhiiga ifii akka daadhii woyni'ii unanee hin machowan. Achiin duuba ani Mootiin Waan Maraa hunnaamessi Yaaqoobii ka si fayyisuu fi ka si wodu akka te'e sanyiin namootaa marti hin beetti» jedhe.