Isaiah 49:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini ind'alatini, AABBO Waaqi na fohate, hojatu ufi na tolche aka anini worra Yakobo galche, worra Israeli ch'ufa fuud'e isati deebisu. AABBO Waaqi guddinna naa kenne, irre naa tahe na jabeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu ani gadaamessa haadha tiyyaa keessa jiru Rabbi na filateera; Israa'el ijoollee Yaaqoobii ta bittinnoofte akka wolitti qabuuf tajaajilaa ufii na taasifate; ani Rabbiin biratti kabajjama'a; Waandhi kiyya hunna naa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tajaajilaa isaa akka te'uuf, Yaaqoob gara isaa akka fiduuf, Israa'eloota akka isaaf wolitti qabuuf, ka gadhaa haadha tiyyaa keessatti na dade, fuula ifii duratti ulfinna naaf kennee, ka jabeenna naaf te'e, Mootiin Waan Maraa ammalle,