Isaiah 49:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi qulqullooni Israeli, ka worra baasu, waan nama tufatani, ka gochiti ch'ufti jibbite hayyooti hojattu tolfateeni jed'u: Hayyooti si agarte, si dura kaate, sii saalfati; ilmaani hayyootaleeni akasi agarte si durati gajejette si guddifti. Wonti woni kunini taatufi waan AABBO Waaqi hojatu ufi fohate Waaqi qulqullooni Israeli kakhu ufi guutufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi woyyichi Israa'elii fayyisaan si'ii banii maraa biratti tuffatamtee fi jibbamte si'ii hojjataa bulchoota maraatiin mootonni yoo si argan lafaa sii ka'an; worri jajjabaanillee sii sagadan; wonti kun sii ta'uuf waan Rabbiin woyyichi Israa'elii amanamaan si filateef.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, Woyyichi Israa'el wodu, tajaajilaa bulchitootaa, ka nama gosa biyya adda addaatiin guddoo tuffatamee jibbameen, «Mootiin Waan Maraa addatamaan, Woyyichi Israa'elii waan si fileef, moototi si dhaggitee, ol si'iif hin kaati; qondaaltotille si dhaggitee si'iif hin sagaddi» jedhe.