Isaiah 49:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan gumi ufitini jed'u, hojja guyyaani isani baasani gahu, anini isanii nahe, kad'acha teesani isanii d'agaye isani tisse isani qorqorad'e, kara keesanini gosa ch'ufa wold'aqisa woliini tolfad'a. Lafa teesani ta amma badde ona taate tana keesa deebise isani qubachiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Hennaa ufii filadhetti faatee teetiif deebii deebisa; guyyaa fayyumma'aallee si gargaara; akka ati biyyattii deebiftee ijaartuuf, lafa ona taate akka qoqqooddu, ani waadaa godhee bani'ii si kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Yennaa na biratti fudhatama qaddutti ani deebii si'iif hin kenna; guyyaa fayyinna keetii ani si hin qarqaara; ani si eegee, kolba'aaf gondooroo akka teetu hin godha; kolbaa adde'etti hin deebitta; lafa isaanii ta onte isaaniif hin deebitta.