Isaiah 49:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini waan jara hid'aansa keesa jiruni jed'u, Ga baha! Worra dukana keesa jiruleeni waan jed'u, Ifsaati ga baha! Worri akuma hooliye gaareeni gubba oole, adaala kubii ch'ufa ira d'eeda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati worra hidhaman hidha'aa hiittee ‹bilisaan deemaa'a› jetta; worra dukkana keessa jiruun ‹gara ifaa bayaa'a› jetta; isaan karaa deemanitti waan nyaatan argatan; gaara gogaa irra akka Re'iinii bobbayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra hidhameen, ‹Baya'a!› Worra dukkana keessa jiruun, ‹Ifatti baya'a!› akka jettu si hin godha; isaan irga kara'aatii hin nyaatan; kooba godduu mara irralle'ee sagalee hin dhaggatan.