Isaiah 5:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga anini sirba kana sirbe jaala kiyyaafi oobru isaa ta zabibu faarsu, na ch'aqasa: Jaali kiyya oobru zabibu qaba, ta gaara dansa gubba jirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan jaalalloo kiyyaa; akkasuma waan hulee isaa ka woyini'iitiif haa faarfadhuu; jaalalloon kiyya tulluu lalisaa irratti hulee woyini'ii qaba ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani amma jaalallee kiyyaaf marroo oorruu isaa ta muka woyni'ii faaruu hin faarsa. Jaalalleen kiyya kooba lafa laattuu irratti muka woyni'ii tokko qabaayyu.