Isaiah 5:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Zabibuni lafa eeka kud'ani irati baatu daad'i galeeni lama ch'alla baafti. Mid'aani d'ebbe kud'ani, ka fach'aasani, d'ebbe toko ch'alla d'alani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee woyini'ii ka heektaara kudhanii irraa, cuunfaa woyini'ii liitira saddeet callaa ta'a; sanyii kiiloo dhibba tokkoo fi saddeettama facaafatanillee cuunfaa woyini'ii iifii tokko callaa kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Midhaan woyni'ii ka lafa hekitaara kudhanii, cunfaa woyni'ii litirii saddeeti qofa hin te'a. Sanyiin kiiloo dhibba tokkoo fi saddeettamaa facaafantee, midhaan kiiloo kudhanii saddeeti qofa hin kenniti» jedhe.