Isaiah 5:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani la baddaani! Isani ganama kaatani, farsoti oritani, halkani ch'ufa machaa bultani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra dhuddoo macheessu soqaa ganamaan ka'an haga isaan gubutti woyinii dhuga'aa bariisisan isaan hobbaasi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra untoo macheessitu barbaadatiisaaf ganamaan ka'uuf, worra haga untoon jadduun isaan guddutti, haga halkanii turanuuf aanne'e!