Isaiah 5:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja jila tolfatani, isani, kiraariifi dibbeefi fulludo d'ooftani — daad'ile d'uddani. Ammo isani waan AABBO Waaqi tolchu womatu indaartani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Affeerraa isaanii keessa; kiraara sagalee guddaa dhageessisuu fi masiinqoo'o, dibbe'ee fi boobaa; akkasuma woyini'itu jira. garuu hujii Rabbiitiif hulee hin kennine; hujii harka isaatiif ulfinna hin kennine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan jila ifii irratti kiraara guddichaa fi Maseenqoo, dibbee, suusulle'ee fi daadhii woyni'ii qaban; ammoo hujii Mootii Waan Maraa itti hin xiyyeeffanne; hujii harka isaatiifille ulfinna hin kennine.