Isaiah 5:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka AABBO Waaqaani, Atini waan tolchu feetu hurrisi tolchi aka nu arginu. Waaqi Israeli qulqullooni ha herega ufi guutu; eegi waan inni tolchuu fed'u ilaala jed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akka ijji teenna hin argine; Rabbi haa jarjaru; hujii ufii haa ariifachiisu; woyyicha Israa'elii; karoora isaa akka beennu; haa dhiyaattuu; haa dhuftuu» worra jedhan isaan hobbaasi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra, «Nuuti akka dhagginuuf, Waaqi ariifatuu ti; hujii ifiille ariifachiisuu ti. Nuuti akka beennuuf, karoorri woyyicha Israa'elii ariiti'iin muummowuu ti; dafeelle dhufuu ti!» jedhuuf aanne'e.