Isaiah 5:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ya baddaani! Worra waan hamtuuni dansa jed'e, waan dansaani hamtu jed'u; ka dukana ifsa tolche, ifsa dukana tolchu. Ka waan had'aa mieese waan miaa had'esu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra waan hamaa misha'a; waan mishaa hama'a jedhan; worra dukkanaan ifa; ifaan dukkana jedhan; worra waan mi'aayu hadhaaya'a jedhan worra waan hadhaayaa mi'aaya'a jedhan isaan hobbaasi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra «Hantu'uun dansaa, dansa'aan hantuu, dukkanaan ifa, ifaan dukkana, waan hadhowuun mi'owaa, waan mi'owuun hadhowaa» jedhuuf aanne'e!