Isaiah 5:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka nama wollaala qabu gumbo iraa fud'ate galakise, nama woma iyyakini dabsu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra gabbarsuu fudhatu'uun yakkamtoota qulqulluu taasisan; worra nama yakka hin qabne haqa isaa dabsan isaan hobbaasi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra safuu fudhatee yakkaamessa bilisa baasu, worra yakkaa hin qanne haqa dhooggatuuf aanne'e!