Isaiah 5:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma tana akuma okhayafi buuyooni godduuni ibida keesati gubatu, akasuma hiddi keesani shame, daraaraani keesani goge bubbeeni fud'atti, waan isani, waan AABBO guddaani, Waaqi Israelii, qulqullooni nu barsiise, diddaniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akkuma arrabni ibiddaa buraa nyaatu; akkuma ibiddi huura gubee balleessu; hiddi isaaniillee akkasuma shama; abaaboon isaaniillee akkuma daara'aatitti bittinnaaya; waan seera Rabbii Gooftaa banii maraa tuffataniif; dubbii woyyichi Israa'elii dubbatellee hin salphisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan seera Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dade didanee, jecha Waaqa woyyicha Israa'elii waan tuffataneef, akkuma bobeenni ibiddaa hicaace'ee fi marra gogaa gubee balleessu, akkasuma hiddi isaanii hin shama; daraaraan isaaniille akka buku'uu afuufamee hin bada.