Isaiah 5:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gosa fago jirtu akheekha garsiise, worra muumme lafa jiru fiiquuni yaama. Duuba gochiti sunini hurifte utaalte d'ufti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Malkata banii fagoo jiran itti waamu dhaaba; fiiqu'uun daangaa ardi'iitii isaan waama; isaanillee jarjara'aa ariiti'iin dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gosa biyya adda addaa, ta fagoo jirtuuf beessisa dhaaba; kolbaa qaccee biyya lafaa jirtu waamiisaaf siissa. Isaanille dafanee ariiti'iin dhufan.