Isaiah 5:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
T'iyiti worraa qara qabdi, guubeeni worraleeni had'iisa kurfo jirti. Koteeni fardo worraa akuma d'akhaa jabaati, miili gaari worraa akuma bubbe utaala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eboon isaanii qarama'a; buundheen isaanii ka mirmirfame; korboon konkolaataa isaanii ka fardaa akka haboonbolatti'iiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daayi isaanii qara qaba; guubeen isaanii marti gad lakkifamiisaaf qophootteerti; kotteen fardoo isaanii akka dhakaa qara qabuu ti; korboon garreettaa isaanii ka fardaan harkifamuu akka hobonbolatti'ii fiiddi.