Isaiah 5:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartini worraa akuma nyeench'a bineensa ijeese, fulla nami dandae ira imbuumnetiini baqate itanu itanti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyi isaanii akka leencaati; akkuma leenca darmi'iititti aadan; waan adamsan harkatti qabatanii iyyan; baadhatanii deeman; ka isaan buusisiisu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka neenqaatii fi akka dardaroota neenqaa dhangaa dhowan; waan adansanee qabatane itti gurura'anee, fudhatanee deeman; nami isaan irraa buusu tokkolle hin jiru.