Isaiah 5:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma jaali kiyya waan jed'u, Isani worri Yerusalemufi Yuda keesa tau, anaafi oobru tiyya ta zabibu wolti nu ilaala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin namoota Yihuuda'aatii fi worra Yerusaalemiin keessa jiraattan; anaa fi hulee woyini'ii kiyya jiddu'utti mee murteessaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre jaalalleen kiyya, «Isin worri Yerusaalemii fi Yihudaa keessa leetanu, waan anaa fi oorruu muka woyni'ii tiyyaa wodhakkaa jiru irratti muraa kenna'a.