Isaiah 5:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja guyyaani sunini gahe, worri akuma bisaani galaana dibbise Israeliti baafata. Nami lafa tana ilaale, dukanaafi gaargala ch'alla arga! Ifsa ya dukanti liqimsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san akka dambalii galaanaatitti huursan; eennullee yoo gara lafaa gad laale; dukkanaa fi rakkoo arga; iftinuu duumessaan golgama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san isaan akka danbalii abbaaya'aa hin bulphisan; kolbaan yennaa lafa ilaaltu, dukkanaa fi rakkinna hin dhaggiti; ifinuu duumensaan hin gollama.