Isaiah 5:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa gudda, ka dubbi tana jed'u, d'agaye: Maneeni gugurdoni tunini ch'ufti ona taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu gurri kiyya dhagayu Rabbi Gooftaan banii maraa akkana jedhee dubbate; «Manniin gugurdaan ona ta'an; manniin babbareedanillee ka isaan keessa jiraatan dhaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ka Waan Mara Dade, adoo ani dhage'uu, «Dhugumaan manni hedduun hin ona; manni gugurda'aa fi dadansaan nama malee hin hafan.