Isaiah 50:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani keesaa nami AABBO Waaqa sodaate dubbi hojatu isaa saalfatu, ka ifsa male dukanaani deemu, ka maqa AABBO Waaqa abdate, Waaqa ufi d'aabbatu eenu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin keessaa namni Rabbiin sodaatuu fi ka dubbii tajaajilaa isaatiif ajajamu eennu? namni ifa hin qabne ka dukkana keessa jiraatu Rabbiin haa hedatuu; Waaqa ufii haa amanuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessaa ka Mootii Waan Maraa sodaatuu fi jecha tajaajilaa isaatiif ka ajajamu eennu? Ka ifa hin qanne, ka dukkana keessa deddeebi'u Mootii Waan Maraatitti addatuu ti; Waaqa ifiille'etti irkatuu ti.