Isaiah 50:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ch'ufti ka ibida bobeesitani nama d'ibi balleesu feetani, karuma isani namati malatani suniini isani balleesani, AABBUMA Waaqati waan kana tolcha; isani badi hamtu argattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin maruu worra nama irratti qaaqa akka ibiddaa bobeessitanii fi worra shawaa irratti ibidda qabsiiftanii nama gubdan; arrabuma ibiddaa ka bobeessitanii fi shawama qabsiiftan saniin baddan; adabbii kana anumatu isin adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo, isin worri ibidda gabbittanuu fi worri xassaa qassittanu marti, ifa ibidda gabbittaneetii fi ifa xassaa qassiittane san keessa deema'a. Isin farra keessa hin buutan; tun ta isin harka kiyya keessaa fudhattanu.