Isaiah 50:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dandae gubba dukaneese akuma nama nama due bohu tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samiiwwan hin dukkaneessa; golgi isaanii uffata gaddaa fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gubbaa dukkaneessee, akka woyaa gaddaa hin gurraachessa» jedhe.