Isaiah 50:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani yayu araba na qajeelche, aka anini nama dad'abi qabu dubbi t'iyaani jabeesu. Diirama ch'ufa inni na kaase, aka anini waan inni na barsiisu fed'u ch'aqasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra dadhaban jajjabeessuu akka beekuuf Rabbi Gooftaan arraba hayyumma'aa naa kenneera; Ganama maraa hirribaa na dammassa; akka barata'aatitti akka caqasuuf gurra naa bana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra dadhaba'atti dubbadhee akka isaan jajjabeessuuf, Goottaan Mootiin Waan Maraa dandeettii barsiisiisaa naa kenneera. Inni ganama ganama na dammassa, akka nama baratiisatti jiruu akka dhage'u gurra kiyya naaf hin bana.