Isaiah 50:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi yayu gurra kiyya bane aninileeni isati garagale isa indinne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan hubbannaa naa kenneera; anillee nama hamaa ta'ee isa irraa hin fagaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa gurra kiyya baneera; ani ajajamuu didadhee, isa irraa gara duubaa hin deebine.