Isaiah 50:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo arabi worraa woma na intolchu, waan AABBO Waaqi guddaani na qarqaarufi. Anini garaa ufi jabeese araba suni ch'ufaa obse. Anini imbeekha, naa inch'eersani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan waan na gargaaruuf ani hin salphanne; akka dhagaa qarsa'aatitti uf jabeesse; ani akka hin salphanne hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa waan na qarqaaruuf ani hin qaanowu. Tanaaf, ani fuula kiyya akka dhakaa qara qabuu hin godha; ani akka hin qaanonnelle hin beeka.