Isaiah 50:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi Waaqi ka na kalchu d'aatu tiyya jira. Nami dandae gaadisati na geese na himatu eenu? Dubbini teenna ha jaarole dura d'at'u! Inni ha himatuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin naa murteessu natti dhiyoo waan jiruuf; eentu naan morma? ka na himatu yoo jiraate wol afoo dhaabannaa; mee na haa mooyatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ani yakkaa hin qanne ka mudhisu, na bira jira; eentu na himatuu dande'a ree? Yoo jiraate wolitti dhikaannee woli himannuu ti! Ka na himatu dhikaatuu ti.