Isaiah 50:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa guddati na qarqaara eenuti dandae wollaala nati mura? Nami na himatu ch'ufti imbada, akuma woya bilaachi nyaate balleesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan na gargaaraa; eentu natti murteessa; worri na himatan akka uffataatitti moofan; rimmatu isaan fixa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka na qarqaaru Goottaan Mootii Waan Maraa ti; ka natti muru eennu ree? Isaan marti akka woya'aa hin dullooman; qu'een isaan hin nyaatti.