Isaiah 51:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami baariini gosse, kara bisaani ke baase, worra atini baasuu jirtu taakisiise siiniti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ati oolchite akka ceeyaniif bisaan galaanaatii fi xiillaa gossee ka karaa isaanii baase si'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri ati wodatte akka gamatti bu'uuf, ka abbaaya'aa fi bisaan qilee guddo'oo gosse, ka qilee abbaaya'aa keessatti karaa baase si'ii motii ree?