Isaiah 51:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami atini baafte, gammadaani dira Yerusalemuti deebie sirbe qilit'ama. Worri haga jiru gammada, deebie bohe ilaalefatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi worri ati oolchite faarfata'aa gara Yerusaalemii dacha'an; baraa haga bara baraa gammadan; usheexxanii gammada'aa jiraatan; gaddaa fi booyichi isaan irra hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Mootiin Waan Maraa wode hin deebi'an; isaan faarfataa gara Xiyoonii hin seenan; gammada bara baraa akka kallachaa mataa ifiititti hin keyatan. Gammadaan hin burraaqan; gaddii fi bowiisi isaan irraa hin fagaata.