Isaiah 51:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Nami isani jabeesu anuma isani maanifi nama sodaattani, ka inni buuyo ira ingoomne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «ka isin jajjabeessu ana; eeganaa nama akka margaa quuruu fi du'u maaf sodaattan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa isaaniin, «Ka isin jajjabeessu ana; anuma qofa. Namoota du'anu, ilmaan namootaa ta akka marraa goddu, maaf sodaattan ree?