Isaiah 51:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama hid'aansa keesa jiru d'iotu gad'iisani, worri lafa irati lubbu bule sagale quufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri mana hidha'aa keessa jiran nyaata dhabanii du'anii hin awwaalaman; mana hidha'aa keessaa daddafanii bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hidhameeru ariiti'iin hin bayan; isaan hin du'anu; gara qile'eelle gad hin bu'anu; sagalee nyaatanulle hin dhabanu.