Isaiah 51:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa keesani, ka baariini chochoose, d'awa isii dibbisise. Maqaani kiyya AABBO Waaqa gudda!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani Rabbi Waandhi keessan akka dambalii huursuutitti galaana sochoosa; maqaan kiyya Waaqa banii maraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Danbaliin akkuma bulphittu abbaayaa ka raasu, ana Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; maqaan kiyya Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dade.