Isaiah 51:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ababo keesani Abrahamufi Sara ta isani d'alte qaabad'a. Gaafa anini Abrahamu yaame inni ijoolle inqabu, ammo anini isa eebise, ilmaani kenneefi daraarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara Abrahaamii abbaa keessaniitii fi gara Saaraa isin deettee laalaa'a; ani hennaa Abrahaamiin waamu inni ilma hin qabu ture; ani garuu isa eebbisee; fiixaa isaa baay'ise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara abbaa keessan Abrahaamii, gara Saaraa isin deetteelle ilaala'a. Ani yennaa isa waame inni uumaa hin qabu; ani ammoo isa eebbisee isa baceesse.