Isaiah 51:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami kanke kara ch'ufa keesati gagagabe aka hiddi t'ururaani qabani taha. AABBO Waaqi yayu worrati dallane worra balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen tee akkuma borofa siiboon qabee, karama marattuu gatantaranii kufaniiran; lollinii fi adabbiin Rabbii Waaqa keetii isaan irratti bu'eera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mufi'ii fi xixichi Mootii Waan Maraa Waaqa keessanii waan isin dhaqqabeef, ilmaan teessan akka buddannee tiyyo'oon qabantee, woldeennaa kara'aa mara irratti gaggaddee irkatteerti.