Isaiah 51:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Yerusalemu ka gaargali qabate, aka waan farso d'uge dadaaqu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isin worri daadhii woyini'ii uduu hin taane rakkinnaan machooftan waan kana dhagayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf isin daadhii woyni'iitiin adoo hin te'in, rakkinnaan ka machoottane tana dhage'a'a.