Isaiah 51:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi keesani isani kalche waan isaniini jed'u, Anini muduunu dallansuuni isani kenne taani isani iraa fuud'a, isani deebitani daad'i isani macheesite taani ind'uddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan Waandhi keessan ka waamsa bani'ii dhagayu «mijuu rakkinnaa ka akka nama machaaye gatantarsu isin irraa kaaseera; ammaa achi ani lola kiyya gudda'aan isiniin hin lolu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa keessan ka Waan Mara Dande'u, Waaqi kolbaa ifiitiif falmu isiniin, «Kunoo, muduunuu isin gatantarsitu, harka keessan irraa fuudheera; deebitaneelle muduunuu mufi'ii tiyya irraa, ijjumaa akka isin hin unne hin godha.