Isaiah 51:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini muduunu suni worra isani dabse kara keesa isani ch'iifsise, aka awaara isani ira ejaanjate kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani worra mijuu rakkinnaa ka ‹gad jedhi dudda kee irra deemnaa› siin jedhanii fi namoota si rakkisaniin lola; ati akka isaan si irra deemaniif dudda kee akka lafa karaa namni irra deemuu isaanii goote.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muduunuu rakkinnaa san harka worra si farrisiisuu, ka si'iin, ‹Gad gombifam, nuuti si irra ideenna› jedhutti hin kenna. Atille akka isaan irra ideemanuuf dudda keeti akka lafaatii fi kara'aa gooteef» jedha.